Al-Qamar · 50/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَمَا أَمْرُنَا إِلَّا وَاحِدَةٌ كَلَمْحٍ بِالْبَصَرِ ۝٥٠
Wa maaa amrunaaa illaa waahidatun kalamhim bilbasar
📖 Afaan Oromoon
Ajajni keenya akkuma liphsuu ijaa yeroo tokko qofa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 48-52 — Suuratu Al-Qamar

48يَوْمَ يُسْحَبُونَ فِي النَّارِ عَلَىٰ وُجُوهِهِمْ ذُوقُوا مَسَّ سَقَرَ
Guyyaa fuula isaanii irratti ibidda keessa harkifaman, “tuqiinsa Saqar dhandhamaa” (jedhamaan)
49إِنَّا كُلَّ شَيْءٍ خَلَقْنَاهُ بِقَدَرٍ
Nuti waan hunda hamma murtaa’een isa uumne
50وَمَا أَمْرُنَا إِلَّا وَاحِدَةٌ كَلَمْحٍ بِالْبَصَرِ
Ajajni keenya akkuma liphsuu ijaa yeroo tokko qofa
51وَلَقَدْ أَهْلَكْنَا أَشْيَاعَكُمْ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa
52وَكُلُّ شَيْءٍ فَعَلُوهُ فِي الزُّبُرِ
Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 50

Suuratu Al-Qamar Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ajajni keenya akkuma liphsuu ijaa yeroo tokko qofa

Suuratu Aayah 50/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers