Al-Waqi'ah · 82/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَتَجْعَلُونَ رِزْقَكُمْ أَنَّكُمْ تُكَذِّبُونَ ۝٨٢
Wa taj`aloona rizqakum annakum tukazziboon
📖 Afaan Oromoon
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 80-84 — Suuratu Al-Waqi'ah

80تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
81أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
82وَتَجْعَلُونَ رِزْقَكُمْ أَنَّكُمْ تُكَذِّبُونَ
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii
83فَلَوْلَا إِذَا بَلَغَتِ الْحُلْقُومَ
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)
84وَأَنتُمْ حِينَئِذٍ تَنظُرُونَ
Odoo yeroo san isin ilaaltanuu
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
82Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 82

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 82 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii

Suuratu Aayah 82/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 80–84. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers