Al-An'am · 112/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا لِكُلِّ نَبِيٍّ عَدُوًّا شَيَاطِينَ الْإِنسِ وَالْجِنِّ يُوحِي بَعْضُهُمْ إِلَىٰ بَعْضٍ زُخْرُفَ الْقَوْلِ غُرُورًا ۚ وَلَوْ شَاءَ رَبُّكَ مَا فَعَلُوهُ ۖ فَذَرْهُمْ وَمَا يَفْتَرُونَ ۝١١٢
Wa kazaalika ja`alnaa likulli nabiyyin `aduwwan Shayaateenal insi waljinni yoohee ba`duhum ilaa ba`din zukhrufal qawli ghurooraa; wa law shaaa`a Rabbuka maa fa`aloohu fazarhum wa maa yaftaroon
📖 Afaan Oromoon
Akka kanatti nabiyyii hundaafuu diina shayxaana namaafi jinnii irraa ta’an, kan gowwoomsuuf jecha gariin isaanii gara gariitti, jecha miidhagaa beeksisan godheeraOdoo Gooftaan kee fedhee silaa hin raawwatanu tureIsaaniifi kijiba isaan uumanis dhiisi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 110-114 — Al-An'am

110وَنُقَلِّبُ أَفْئِدَتَهُمْ وَأَبْصَارَهُمْ كَمَا لَمْ يُؤْمِنُوا بِهِ أَوَّلَ مَرَّةٍ وَنَذَرُهُمْ فِي طُغْيَانِهِمْ يَعْمَهُونَ
Akkuma isaan yeroo jalqabaa isatti hin amanin onnee isaaniitiifi agartuu isaanii gara gaggalchinaKan dhamaan taanii jallina isaanii keessatti isaan dhiifna
111۞ وَلَوْ أَنَّنَا نَزَّلْنَا إِلَيْهِمُ الْمَلَائِكَةَ وَكَلَّمَهُمُ الْمَوْتَىٰ وَحَشَرْنَا عَلَيْهِمْ كُلَّ شَيْءٍ قُبُلًا مَّا كَانُوا لِيُؤْمِنُوا إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ يَجْهَلُونَ
Odoo Nuti malaykota gara isaaniitti buufnee, du’aawwanis isaaniin haasaanii, waan hundayyuu isaan duratti walitti qabnellee, isaan yoo Rabbiin fedhe malee kan amananii mitiGaruu irra hedduun isaanii ni wallaalu
112وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا لِكُلِّ نَبِيٍّ عَدُوًّا شَيَاطِينَ الْإِنسِ وَالْجِنِّ يُوحِي بَعْضُهُمْ إِلَىٰ بَعْضٍ زُخْرُفَ الْقَوْلِ غُرُورًا ۚ وَلَوْ شَاءَ رَبُّكَ مَا فَعَلُوهُ ۖ فَذَرْهُمْ وَمَا يَفْتَرُونَ
Akka kanatti nabiyyii hundaafuu diina shayxaana namaafi jinnii irraa ta’an, kan gowwoomsuuf jecha gariin isaanii gara gariitti, jecha miidhagaa beeksisan godheeraOdoo Gooftaan kee fedhee silaa hin raawwatanu tureIsaaniifi kijiba isaan uumanis dhiisi
113وَلِتَصْغَىٰ إِلَيْهِ أَفْئِدَةُ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ وَلِيَرْضَوْهُ وَلِيَقْتَرِفُوا مَا هُم مُّقْتَرِفُونَ
Akka onneen warra Aakhiratti hin amaninii gara isaa daban, akka isas jaalataniifi (adaba irraa) waan raawwachaa jiranis akka raawwataniif
114أَفَغَيْرَ اللَّهِ أَبْتَغِي حَكَمًا وَهُوَ الَّذِي أَنزَلَ إِلَيْكُمُ الْكِتَابَ مُفَصَّلًا ۚ وَالَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يَعْلَمُونَ أَنَّهُ مُنَزَّلٌ مِّن رَّبِّكَ بِالْحَقِّ ۖ فَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الْمُمْتَرِينَ
Odoo innni kitaaba addeeffamaa gara keessanitti buusee jiruun Rabbiin alatti murteessaa barbaaddadhaa?" (jedhi).Warri kitaaba isaaniif kennines, akka inni dhugaan Gooftaa kee irraa buufame ni beekuWarra maman irraas hin ta’in
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
112Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 112

Suuratu Al-An'am Aayah 112 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanatti nabiyyii hundaafuu diina shayxaana namaafi jinnii irraa ta’an,…

Suuratu Aayah 112/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 110–114. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers