Al-An'am · 113/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَلِتَصْغَىٰ إِلَيْهِ أَفْئِدَةُ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ وَلِيَرْضَوْهُ وَلِيَقْتَرِفُوا مَا هُم مُّقْتَرِفُونَ ۝١١٣
Wa litasghaaa ilaihi af`idatul lazeena laa yu`minoona bil Aakhirati wa liyardawhu wa liyaqtarifoo maa hum muqtarifoon
📖 Afaan Oromoon
Akka onneen warra Aakhiratti hin amaninii gara isaa daban, akka isas jaalataniifi (adaba irraa) waan raawwachaa jiranis akka raawwataniif

🎧 Caqasi


📜 Aayah 111-115 — Al-An'am

111۞ وَلَوْ أَنَّنَا نَزَّلْنَا إِلَيْهِمُ الْمَلَائِكَةَ وَكَلَّمَهُمُ الْمَوْتَىٰ وَحَشَرْنَا عَلَيْهِمْ كُلَّ شَيْءٍ قُبُلًا مَّا كَانُوا لِيُؤْمِنُوا إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ يَجْهَلُونَ
Odoo Nuti malaykota gara isaaniitti buufnee, du’aawwanis isaaniin haasaanii, waan hundayyuu isaan duratti walitti qabnellee, isaan yoo Rabbiin fedhe malee kan amananii mitiGaruu irra hedduun isaanii ni wallaalu
112وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا لِكُلِّ نَبِيٍّ عَدُوًّا شَيَاطِينَ الْإِنسِ وَالْجِنِّ يُوحِي بَعْضُهُمْ إِلَىٰ بَعْضٍ زُخْرُفَ الْقَوْلِ غُرُورًا ۚ وَلَوْ شَاءَ رَبُّكَ مَا فَعَلُوهُ ۖ فَذَرْهُمْ وَمَا يَفْتَرُونَ
Akka kanatti nabiyyii hundaafuu diina shayxaana namaafi jinnii irraa ta’an, kan gowwoomsuuf jecha gariin isaanii gara gariitti, jecha miidhagaa beeksisan godheeraOdoo Gooftaan kee fedhee silaa hin raawwatanu tureIsaaniifi kijiba isaan uumanis dhiisi
113وَلِتَصْغَىٰ إِلَيْهِ أَفْئِدَةُ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ وَلِيَرْضَوْهُ وَلِيَقْتَرِفُوا مَا هُم مُّقْتَرِفُونَ
Akka onneen warra Aakhiratti hin amaninii gara isaa daban, akka isas jaalataniifi (adaba irraa) waan raawwachaa jiranis akka raawwataniif
114أَفَغَيْرَ اللَّهِ أَبْتَغِي حَكَمًا وَهُوَ الَّذِي أَنزَلَ إِلَيْكُمُ الْكِتَابَ مُفَصَّلًا ۚ وَالَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يَعْلَمُونَ أَنَّهُ مُنَزَّلٌ مِّن رَّبِّكَ بِالْحَقِّ ۖ فَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الْمُمْتَرِينَ
Odoo innni kitaaba addeeffamaa gara keessanitti buusee jiruun Rabbiin alatti murteessaa barbaaddadhaa?" (jedhi).Warri kitaaba isaaniif kennines, akka inni dhugaan Gooftaa kee irraa buufame ni beekuWarra maman irraas hin ta’in
115وَتَمَّتْ كَلِمَتُ رَبِّكَ صِدْقًا وَعَدْلًا ۚ لَّا مُبَدِّلَ لِكَلِمَاتِهِ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jechi Gooftaa keetii dhugaafi haqa haala taeen xumurameeraJechoota Isaatiif jijjiiraan hin jiruInni dhagayaa, beekaadha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
113Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 113

Suuratu Al-An'am Aayah 113 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka onneen warra Aakhiratti hin amaninii gara isaa daban, akka…

Suuratu Aayah 113/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 111–115. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers