Al-An'am · 62/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
ثُمَّ رُدُّوا إِلَى اللَّهِ مَوْلَاهُمُ الْحَقِّ ۚ أَلَا لَهُ الْحُكْمُ وَهُوَ أَسْرَعُ الْحَاسِبِينَ ۝٦٢
Summa ruddooo ilallaahi mawlaahumul haqq; alaa lahul hukmu wa Huwa asra`ul haasibeen
📖 Afaan Oromoon
Ergasiis gara Gooftaa isaanii dhugaa tae, gara Rabbii deebifamuDhagayaa! murtiin kan Isaa qofaInnis irra arifataa qorattootaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 60-64 — Al-An'am

60وَهُوَ الَّذِي يَتَوَفَّاكُم بِاللَّيْلِ وَيَعْلَمُ مَا جَرَحْتُم بِالنَّهَارِ ثُمَّ يَبْعَثُكُمْ فِيهِ لِيُقْضَىٰ أَجَلٌ مُّسَمًّى ۖ ثُمَّ إِلَيْهِ مَرْجِعُكُمْ ثُمَّ يُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Inni Isa halkan isin ajjeesuudha; Waan isin guyyaa carraaqxanis ni beekaErgasii akka beellamni murtaaaan dhumuuf isa (guyyaa) keessa isin kaasaErgasiis deebiin keessan gara IsaatiErgasiis waan isin hojjachaa turtan isinitti hima
61وَهُوَ الْقَاهِرُ فَوْقَ عِبَادِهِ ۖ وَيُرْسِلُ عَلَيْكُمْ حَفَظَةً حَتَّىٰ إِذَا جَاءَ أَحَدَكُمُ الْمَوْتُ تَوَفَّتْهُ رُسُلُنَا وَهُمْ لَا يُفَرِّطُونَ
Inni gabroota Isaa gubbaa taee, hundaa injifataadhaIsin irrattis tiksitoota ergaYeroo duuti tokkoon keessanitti dhufe ergamoonni keenya isaan kan (ajaja) hin hanqifne taanii isa ajjeesu
62ثُمَّ رُدُّوا إِلَى اللَّهِ مَوْلَاهُمُ الْحَقِّ ۚ أَلَا لَهُ الْحُكْمُ وَهُوَ أَسْرَعُ الْحَاسِبِينَ
Ergasiis gara Gooftaa isaanii dhugaa tae, gara Rabbii deebifamuDhagayaa! murtiin kan Isaa qofaInnis irra arifataa qorattootaati
63قُلْ مَن يُنَجِّيكُم مِّن ظُلُمَاتِ الْبَرِّ وَالْبَحْرِ تَدْعُونَهُ تَضَرُّعًا وَخُفْيَةً لَّئِنْ أَنجَانَا مِنْ هَٰذِهِ لَنَكُونَنَّ مِنَ الشَّاكِرِينَ
Jedhi: "Sila dukkana dachiifi bahraa irraa kan isin muliftaniifi iccitiin isa waammattan taatanii ‘yoo kana irraa nu baraarseef, nuti galateeffattoota irraa taana’ (jettanu) eenyutu isin baraarsa
64قُلِ اللَّهُ يُنَجِّيكُم مِّنْهَا وَمِن كُلِّ كَرْبٍ ثُمَّ أَنتُمْ تُشْرِكُونَ
Jedhi: "Rabbumatu isheefi rakkoo hunda irraa isin baraarsaErgasii isin ni qindeessitu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
62Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 62

Suuratu Al-An'am Aayah 62 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasiis gara Gooftaa isaanii dhugaa tae, gara Rabbii deebifamuDhagayaa! murtiin…

Suuratu Aayah 62/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 60–64. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers