Al-Haqqah · 34/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ ۝٣٤
wa laa yahuddu `alaa ta`aamil miskeen
📖 Afaan Oromoon
Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture

🎧 Caqasi


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Al-Haqqah

32ثُمَّ فِي سِلْسِلَةٍ ذَرْعُهَا سَبْعُونَ ذِرَاعًا فَاسْلُكُوهُ
Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama tae keessa isa seensisaa
33إِنَّهُ كَانَ لَا يُؤْمِنُ بِاللَّهِ الْعَظِيمِ
Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture
34وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture
35فَلَيْسَ لَهُ الْيَوْمَ هَاهُنَا حَمِيمٌ
Har’a asitti firri isaaf hin jiru
36وَلَا طَعَامٌ إِلَّا مِنْ غِسْلِينٍ
Nyaannis malaa (warra ibiddaa) irraa malee hin jiru
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 34

Suuratu Al-Haqqah Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture

Suuratu Aayah 34/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers