Al-A'raf · 29/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قُلْ أَمَرَ رَبِّي بِالْقِسْطِ ۖ وَأَقِيمُوا وُجُوهَكُمْ عِندَ كُلِّ مَسْجِدٍ وَادْعُوهُ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ ۚ كَمَا بَدَأَكُمْ تَعُودُونَ ۝٢٩
Qul amara Rabbee bilqisti wa aqeemoo wujoohakum `inda kulli masjidin wad`oohu mukhliseena lahud deen; kamaa bada akum ta`oodoon
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan kiyya haqatti ajajeMasjida hunda biratti fuula keessan (ibaadaaf gara isaa) sirreessaaAmantii keessan isaaf qulqulleessaa haala taataniin isa gabbaraaAkkuma isin jalqabetti deebitu" jedhi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 27-31 — Suuratu Al-A'raf

27يَا بَنِي آدَمَ لَا يَفْتِنَنَّكُمُ الشَّيْطَانُ كَمَا أَخْرَجَ أَبَوَيْكُم مِّنَ الْجَنَّةِ يَنزِعُ عَنْهُمَا لِبَاسَهُمَا لِيُرِيَهُمَا سَوْآتِهِمَا ۗ إِنَّهُ يَرَاكُمْ هُوَ وَقَبِيلُهُ مِنْ حَيْثُ لَا تَرَوْنَهُمْ ۗ إِنَّا جَعَلْنَا الشَّيَاطِينَ أَوْلِيَاءَ لِلَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ
Yaa ilmaan Aadam! Akka abbaafi haadha keessan qaama saalaa isaanii isaanitti mul’isuuf uffata isaanii isaan irraa mulquun jannata irraa baasetti akka shayxaanni isin hin mokkorreDhugumatti, inniifi gosti isaa iddoo isin isaan hin agarre irraa isin arguNuti isaan hin amanneef shayxaanota jaalallee goonee jirra
28وَإِذَا فَعَلُوا فَاحِشَةً قَالُوا وَجَدْنَا عَلَيْهَا آبَاءَنَا وَاللَّهُ أَمَرَنَا بِهَا ۗ قُلْ إِنَّ اللَّهَ لَا يَأْمُرُ بِالْفَحْشَاءِ ۖ أَتَقُولُونَ عَلَى اللَّهِ مَا لَا تَعْلَمُونَ
Yeroo waan fokkattuu hojjatanis "abbootii keenya ishee irratti agarre; Rabbiinis isheetti nu ajaje" jedhu"Rabbiin fokkataatti hin ajajuSila isin waan hin beekne Rabbi irratti jettuu?" jedhiin
29قُلْ أَمَرَ رَبِّي بِالْقِسْطِ ۖ وَأَقِيمُوا وُجُوهَكُمْ عِندَ كُلِّ مَسْجِدٍ وَادْعُوهُ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ ۚ كَمَا بَدَأَكُمْ تَعُودُونَ
Gooftaan kiyya haqatti ajajeMasjida hunda biratti fuula keessan (ibaadaaf gara isaa) sirreessaaAmantii keessan isaaf qulqulleessaa haala taataniin isa gabbaraaAkkuma isin jalqabetti deebitu" jedhi
30فَرِيقًا هَدَىٰ وَفَرِيقًا حَقَّ عَلَيْهِمُ الضَّلَالَةُ ۗ إِنَّهُمُ اتَّخَذُوا الشَّيَاطِينَ أَوْلِيَاءَ مِن دُونِ اللَّهِ وَيَحْسَبُونَ أَنَّهُم مُّهْتَدُونَ
Garee tokko ni qajeelche; gareen biraa immoo jallinni isaan irratti mirkanaa’eDhugumatti, isaan Rabbii gaditti shayxaanota jaalallee taasifatani‘Isaan qajeeloo dha’ jechuus yaadu
31۞ يَا بَنِي آدَمَ خُذُوا زِينَتَكُمْ عِندَ كُلِّ مَسْجِدٍ وَكُلُوا وَاشْرَبُوا وَلَا تُسْرِفُوا ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْمُسْرِفِينَ
Yaa ilmaan Aadam! Masjida hunda birattuu uffata keessan qabadhaaNyaadhaa, dhugaa, daangaa immoo hin dabrinaaDhugumatti, Inni daangaa dabritoota hin jaalatu
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 29

Suuratu Al-A'raf Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan kiyya haqatti ajajeMasjida hunda biratti fuula keessan (ibaadaaf gara…

Suuratu Aayah 29/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers