Al-A'raf · 65/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
۞ وَإِلَىٰ عَادٍ أَخَاهُمْ هُودًا ۗ قَالَ يَا قَوْمِ اعْبُدُوا اللَّهَ مَا لَكُم مِّنْ إِلَٰهٍ غَيْرُهُ ۚ أَفَلَا تَتَّقُونَ ۝٦٥
Wa ilaa `aadin akhaahum Hoodaa; qaala yaa qawmi` budul laaha maa lakum min ilaahin ghairuh; afalaa tattaqoon
📖 Afaan Oromoon
Gara Aadis obboleessa isaanii Huud (erginee) "Yaa ummata kiyya! Rabbiin qofa gabbaraa; Isa malee gabbaramaan biraa isiniif hin jiruSila hin sodaattanuu?" jedheen

🎧 Caqasi


📜 Aayah 63-67 — Suuratu Al-A'raf

63أَوَعَجِبْتُمْ أَن جَاءَكُمْ ذِكْرٌ مِّن رَّبِّكُمْ عَلَىٰ رَجُلٍ مِّنكُمْ لِيُنذِرَكُمْ وَلِتَتَّقُوا وَلَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ
Akka Rabbiin sodaattaniifi akka mararfatamtaniif nama isin irraa ta’e tokko irratti akka isin akeekkachiisuuf gorsi Rabbii keessan irraa ta’e isinitti dhufuu dinqisiifattanii?" (isaaniin jedhe)
64فَكَذَّبُوهُ فَأَنجَيْنَاهُ وَالَّذِينَ مَعَهُ فِي الْفُلْكِ وَأَغْرَقْنَا الَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا عَمِينَ
Isa kijibsiisanIsaafi warra doonii keessa isa waliin ta’an ni baraarsineIsaan keeyyattoota keenya kijibsiisan immoo bishaaniin dhidhimsineDhugumatti, isaan ummata jaamaa turan
65۞ وَإِلَىٰ عَادٍ أَخَاهُمْ هُودًا ۗ قَالَ يَا قَوْمِ اعْبُدُوا اللَّهَ مَا لَكُم مِّنْ إِلَٰهٍ غَيْرُهُ ۚ أَفَلَا تَتَّقُونَ
Gara Aadis obboleessa isaanii Huud (erginee) "Yaa ummata kiyya! Rabbiin qofa gabbaraa; Isa malee gabbaramaan biraa isiniif hin jiruSila hin sodaattanuu?" jedheen
66قَالَ الْمَلَأُ الَّذِينَ كَفَرُوا مِن قَوْمِهِ إِنَّا لَنَرَاكَ فِي سَفَاهَةٍ وَإِنَّا لَنَظُنُّكَ مِنَ الْكَاذِبِينَ
Ummata isaa irraas qondaalonni warra kafaranii "Dhugumatti, nuti gowwummaa keessatti si arginaDhugumatti, kijibdootaa irraa tauu kees yaanna" jedhaniin
67قَالَ يَا قَوْمِ لَيْسَ بِي سَفَاهَةٌ وَلَٰكِنِّي رَسُولٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
(Huudis) ni jedhe: "Yaa ummata kiyya! Ani gowwummaan homaatuu natti hin jiruGaruu ani ergamaa Gooftaa aalama hundaa irraa taeedha
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
65Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 65

Suuratu Al-A'raf Aayah 65 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara Aadis obboleessa isaanii Huud (erginee) "Yaa ummata kiyya! Rabbiin…

Suuratu Aayah 65/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 63–67. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers