Nuh · 17/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَاللَّهُ أَنبَتَكُم مِّنَ الْأَرْضِ نَبَاتًا ۝١٧
Wallaahu ambatakum minal ardi nabaataa
📖 Afaan Oromoon
Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Nuh

15أَلَمْ تَرَوْا كَيْفَ خَلَقَ اللَّهُ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا
Sila akka Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti uume hin arginee
16وَجَعَلَ الْقَمَرَ فِيهِنَّ نُورًا وَجَعَلَ الشَّمْسَ سِرَاجًا
Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja) taasise
17وَاللَّهُ أَنبَتَكُم مِّنَ الْأَرْضِ نَبَاتًا
Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche
18ثُمَّ يُعِيدُكُمْ فِيهَا وَيُخْرِجُكُمْ إِخْرَاجًا
Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa
19وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ بِسَاطًا
Rabbiinis dachii afata isiniif godhe
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Nuh 17

Suuratu Nuh Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche

Suuratu Aayah 17/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers