Al-Jinn · 16/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jinn
وَأَن لَّوِ اسْتَقَامُوا عَلَى الطَّرِيقَةِ لَأَسْقَيْنَاهُم مَّاءً غَدَقًا ۝١٦
Wa alla wis taqaamoo `alat tareeqati la asqaynaahum maa`an ghadaqaa
📖 Afaan Oromoon
Odoo isaan karaa qajeelaa irra gadi dhaabbatanii, bishaan baayee (samii irraa) isaan obaafna turre

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Jinn

14وَأَنَّا مِنَّا الْمُسْلِمُونَ وَمِنَّا الْقَاسِطُونَ ۖ فَمَنْ أَسْلَمَ فَأُولَٰئِكَ تَحَرَّوْا رَشَدًا
Nuti, nurraa muslimoonni ni jiran; jallattoonnis nurraa ni jiru; Namni Islaamayes warri sun karaa qajeelaa barbaadanii jiru
15وَأَمَّا الْقَاسِطُونَ فَكَانُوا لِجَهَنَّمَ حَطَبًا
Jallattoonni immoo Jahannamiif qoraan taan.”
16وَأَن لَّوِ اسْتَقَامُوا عَلَى الطَّرِيقَةِ لَأَسْقَيْنَاهُم مَّاءً غَدَقًا
Odoo isaan karaa qajeelaa irra gadi dhaabbatanii, bishaan baayee (samii irraa) isaan obaafna turre
17لِّنَفْتِنَهُمْ فِيهِ ۚ وَمَن يُعْرِضْ عَن ذِكْرِ رَبِّهِ يَسْلُكْهُ عَذَابًا صَعَدًا
Isa keessatti isaan qormaatuuf jecha (obaafna ture)Namni yaadannoo Gooftaa isaa (Quraana) irraa garagale, (Rabbiin) adabbii jabaa isa seensisa
18وَأَنَّ الْمَسَاجِدَ لِلَّهِ فَلَا تَدْعُوا مَعَ اللَّهِ أَحَدًا
Masjiidonni kan Rabbiiti; Rabbii wajjiin homaa hin waammatinaa
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 16

Suuratu Al-Jinn Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo isaan karaa qajeelaa irra gadi dhaabbatanii, bishaan baayee (samii…

Suuratu Aayah 16/28 — Suuratu Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jinn Caqasi, Suuratu Al-Jinn Hiikkaa, Suuratu Al-Jinn mp3, Suuratu Al-Jinn pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers