Al-Muzzammil · 11/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Muzzammil
وَذَرْنِي وَالْمُكَذِّبِينَ أُولِي النَّعْمَةِ وَمَهِّلْهُمْ قَلِيلًا ۝١١
Wa zarnee walmukaz zibeena ulin na`mati wa mahhilhum qaleelaa
📖 Afaan Oromoon
Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif qabi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Al-Muzzammil

9رَّبُّ الْمَشْرِقِ وَالْمَغْرِبِ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ فَاتَّخِذْهُ وَكِيلًا
(Inni) Gooftaa bahaafi dhihaatiIsa malee gabbaramaan dhugaa hin jiru; hirkoo isa taasifadhu
10وَاصْبِرْ عَلَىٰ مَا يَقُولُونَ وَاهْجُرْهُمْ هَجْرًا جَمِيلًا
Waan isaan jedhan irratti obsi; fageenya gaarii isaan irraa fagaadhu
11وَذَرْنِي وَالْمُكَذِّبِينَ أُولِي النَّعْمَةِ وَمَهِّلْهُمْ قَلِيلًا
Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif qabi
12إِنَّ لَدَيْنَا أَنكَالًا وَجَحِيمًا
Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira
13وَطَعَامًا ذَا غُصَّةٍ وَعَذَابًا أَلِيمًا
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 11

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif…

Suuratu Aayah 11/20 — Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Muzzammil Caqasi, Al-Muzzammil Hiikkaa, Al-Muzzammil mp3, Al-Muzzammil pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers