Al-Muzzammil · 12/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
إِنَّ لَدَيْنَا أَنكَالًا وَجَحِيمًا ۝١٢
Inna ladainaaa ankaalanw wa jaheemaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Muzzammil

10وَاصْبِرْ عَلَىٰ مَا يَقُولُونَ وَاهْجُرْهُمْ هَجْرًا جَمِيلًا
Waan isaan jedhan irratti obsi; fageenya gaarii isaan irraa fagaadhu
11وَذَرْنِي وَالْمُكَذِّبِينَ أُولِي النَّعْمَةِ وَمَهِّلْهُمْ قَلِيلًا
Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif qabi
12إِنَّ لَدَيْنَا أَنكَالًا وَجَحِيمًا
Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira
13وَطَعَامًا ذَا غُصَّةٍ وَعَذَابًا أَلِيمًا
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)
14يَوْمَ تَرْجُفُ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ وَكَانَتِ الْجِبَالُ كَثِيبًا مَّهِيلًا
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 12

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira

Suuratu Aayah 12/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers