Al-Muzzammil · 13/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
وَطَعَامًا ذَا غُصَّةٍ وَعَذَابًا أَلِيمًا ۝١٣
Wa ta`aaman zaa ghussa tinw wa`azaaban aleemaa
📖 Afaan Oromoon
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Muzzammil

11وَذَرْنِي وَالْمُكَذِّبِينَ أُولِي النَّعْمَةِ وَمَهِّلْهُمْ قَلِيلًا
Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif qabi
12إِنَّ لَدَيْنَا أَنكَالًا وَجَحِيمًا
Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira
13وَطَعَامًا ذَا غُصَّةٍ وَعَذَابًا أَلِيمًا
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)
14يَوْمَ تَرْجُفُ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ وَكَانَتِ الْجِبَالُ كَثِيبًا مَّهِيلًا
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)
15إِنَّا أَرْسَلْنَا إِلَيْكُمْ رَسُولًا شَاهِدًا عَلَيْكُمْ كَمَا أَرْسَلْنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ رَسُولًا
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 13

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)

Suuratu Aayah 13/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers