Al-Muzzammil · 14/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
يَوْمَ تَرْجُفُ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ وَكَانَتِ الْجِبَالُ كَثِيبًا مَّهِيلًا ۝١٤
Yawma tarjuful ardu waljibaalu wa kaanatil jibaalu kaseebam maheelaa
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Muzzammil

12إِنَّ لَدَيْنَا أَنكَالًا وَجَحِيمًا
Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira
13وَطَعَامًا ذَا غُصَّةٍ وَعَذَابًا أَلِيمًا
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)
14يَوْمَ تَرْجُفُ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ وَكَانَتِ الْجِبَالُ كَثِيبًا مَّهِيلًا
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)
15إِنَّا أَرْسَلْنَا إِلَيْكُمْ رَسُولًا شَاهِدًا عَلَيْكُمْ كَمَا أَرْسَلْنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ رَسُولًا
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra
16فَعَصَىٰ فِرْعَوْنُ الرَّسُولَ فَأَخَذْنَاهُ أَخْذًا وَبِيلًا
Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 14

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa…

Suuratu Aayah 14/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers