Al-Muzzammil · 16/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
فَعَصَىٰ فِرْعَوْنُ الرَّسُولَ فَأَخَذْنَاهُ أَخْذًا وَبِيلًا ۝١٦
Fa`asaa Fir`awnur Rasoola fa akhaznaahu akhzanw wabeelaa
📖 Afaan Oromoon
Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Muzzammil

14يَوْمَ تَرْجُفُ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ وَكَانَتِ الْجِبَالُ كَثِيبًا مَّهِيلًا
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)
15إِنَّا أَرْسَلْنَا إِلَيْكُمْ رَسُولًا شَاهِدًا عَلَيْكُمْ كَمَا أَرْسَلْنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ رَسُولًا
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra
16فَعَصَىٰ فِرْعَوْنُ الرَّسُولَ فَأَخَذْنَاهُ أَخْذًا وَبِيلًا
Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne
17فَكَيْفَ تَتَّقُونَ إِن كَفَرْتُمْ يَوْمًا يَجْعَلُ الْوِلْدَانَ شِيبًا
Yoo kafartaniif, (adabbii) Guyyaa ijoollee arrii taasisuu akkamitti eeggattu
18السَّمَاءُ مُنفَطِرٌ بِهِ ۚ كَانَ وَعْدُهُ مَفْعُولًا
Samiin isaan (guyyaa sanaan) dhodhootuudhaBaallamni Isaa raawwatamaa tae
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 16

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne

Suuratu Aayah 16/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers