Al-Muzzammil · 15/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
إِنَّا أَرْسَلْنَا إِلَيْكُمْ رَسُولًا شَاهِدًا عَلَيْكُمْ كَمَا أَرْسَلْنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ رَسُولًا ۝١٥
Innaa arsalnaaa ilaikum rasoolan shahidan `alikum kamaaa arsalnaaa ilaa Fir`awna Rasoolna
📖 Afaan Oromoon
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Muzzammil

13وَطَعَامًا ذَا غُصَّةٍ وَعَذَابًا أَلِيمًا
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)
14يَوْمَ تَرْجُفُ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ وَكَانَتِ الْجِبَالُ كَثِيبًا مَّهِيلًا
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)
15إِنَّا أَرْسَلْنَا إِلَيْكُمْ رَسُولًا شَاهِدًا عَلَيْكُمْ كَمَا أَرْسَلْنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ رَسُولًا
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra
16فَعَصَىٰ فِرْعَوْنُ الرَّسُولَ فَأَخَذْنَاهُ أَخْذًا وَبِيلًا
Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne
17فَكَيْفَ تَتَّقُونَ إِن كَفَرْتُمْ يَوْمًا يَجْعَلُ الْوِلْدَانَ شِيبًا
Yoo kafartaniif, (adabbii) Guyyaa ijoollee arrii taasisuu akkamitti eeggattu
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 15

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa…

Suuratu Aayah 15/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers