Al-Muzzammil · 17/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Muzzammil
فَكَيْفَ تَتَّقُونَ إِن كَفَرْتُمْ يَوْمًا يَجْعَلُ الْوِلْدَانَ شِيبًا ۝١٧
Fakaifa tattaqoona in kafartum yawmany yaj`alul wildaana sheeba
📖 Afaan Oromoon
Yoo kafartaniif, (adabbii) Guyyaa ijoollee arrii taasisuu akkamitti eeggattu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 15-19 — Al-Muzzammil

15إِنَّا أَرْسَلْنَا إِلَيْكُمْ رَسُولًا شَاهِدًا عَلَيْكُمْ كَمَا أَرْسَلْنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ رَسُولًا
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra
16فَعَصَىٰ فِرْعَوْنُ الرَّسُولَ فَأَخَذْنَاهُ أَخْذًا وَبِيلًا
Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne
17فَكَيْفَ تَتَّقُونَ إِن كَفَرْتُمْ يَوْمًا يَجْعَلُ الْوِلْدَانَ شِيبًا
Yoo kafartaniif, (adabbii) Guyyaa ijoollee arrii taasisuu akkamitti eeggattu
18السَّمَاءُ مُنفَطِرٌ بِهِ ۚ كَانَ وَعْدُهُ مَفْعُولًا
Samiin isaan (guyyaa sanaan) dhodhootuudhaBaallamni Isaa raawwatamaa tae
19إِنَّ هَٰذِهِ تَذْكِرَةٌ ۖ فَمَن شَاءَ اتَّخَذَ إِلَىٰ رَبِّهِ سَبِيلًا
Dhugumatti, isheen kun gorsaNama fedhe gara Gooftaa isaatti karaa godhata
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 17

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo kafartaniif, (adabbii) Guyyaa ijoollee arrii taasisuu akkamitti eeggattu

Suuratu Aayah 17/20 — Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Muzzammil Caqasi, Al-Muzzammil Hiikkaa, Al-Muzzammil mp3, Al-Muzzammil pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers