Al-Muzzammil · 7/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
إِنَّ لَكَ فِي النَّهَارِ سَبْحًا طَوِيلًا ۝٧
Inna laka fin nahaari sabhan taweelaa
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Muzzammil

5إِنَّا سَنُلْقِي عَلَيْكَ قَوْلًا ثَقِيلًا
Nuti jecha ulfaataa sirratti buusuuf jirra
6إِنَّ نَاشِئَةَ اللَّيْلِ هِيَ أَشَدُّ وَطْئًا وَأَقْوَمُ قِيلًا
Dhugumatti, kaumsi halkanii (arrabaafi qalbii) wal simachiisuutti akkaan jabaafi dubbisuufis qajeelaadha
7إِنَّ لَكَ فِي النَّهَارِ سَبْحًا طَوِيلًا
Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira
8وَاذْكُرِ اسْمَ رَبِّكَ وَتَبَتَّلْ إِلَيْهِ تَبْتِيلًا
Maqaa Gooftaa keetiis faarsi; gara isaattis citiinsa citi
9رَّبُّ الْمَشْرِقِ وَالْمَغْرِبِ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ فَاتَّخِذْهُ وَكِيلًا
(Inni) Gooftaa bahaafi dhihaatiIsa malee gabbaramaan dhugaa hin jiru; hirkoo isa taasifadhu
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 7

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira

Suuratu Aayah 7/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers