Al-Insan · 18/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
عَيْنًا فِيهَا تُسَمَّىٰ سَلْسَبِيلًا ۝١٨
Aynan feeha tusammaa salsabeelaa
📖 Afaan Oromoon
Burqaa ishee (jannata) keessa jirtu Salsabiil jedhamtee kan waamamtu (irraa obaafamu)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Insan

16قَوَارِيرَ مِن فِضَّةٍ قَدَّرُوهَا تَقْدِيرًا
Qaruuraalee meeta irraa taeen hanga isaan gau ishee (irraa) qoodu
17وَيُسْقَوْنَ فِيهَا كَأْسًا كَانَ مِزَاجُهَا زَنجَبِيلًا
Ishee keessattis khamrii makaan ishee zinjibila tae obaafamu
18عَيْنًا فِيهَا تُسَمَّىٰ سَلْسَبِيلًا
Burqaa ishee (jannata) keessa jirtu Salsabiil jedhamtee kan waamamtu (irraa obaafamu)
19۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ إِذَا رَأَيْتَهُمْ حَسِبْتَهُمْ لُؤْلُؤًا مَّنثُورًا
Ijoollee ishee keessatti hafoo ta’antu isaan irra naannaa; yeroo isaan argitu faaya bibittinneeffame sitti fakkaatu
20وَإِذَا رَأَيْتَ ثَمَّ رَأَيْتَ نَعِيمًا وَمُلْكًا كَبِيرًا
Yeroo achi keessa ilaaltes qananiifi mootummaa guddaa argita
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 18

Suuratu Al-Insan Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Burqaa ishee (jannata) keessa jirtu Salsabiil jedhamtee kan waamamtu (irraa…

Suuratu Aayah 18/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers