An-Naba · 5/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
ثُمَّ كَلَّا سَيَعْلَمُونَ ۝٥
Thumma kallaa sa y`alamoon
📖 Afaan Oromoon
Ammas haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu An-Naba

3الَّذِي هُمْ فِيهِ مُخْتَلِفُونَ
Isa isaan isa keessatti wal dhaban [irraayi]
4كَلَّا سَيَعْلَمُونَ
Haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru
5ثُمَّ كَلَّا سَيَعْلَمُونَ
Ammas haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru
6أَلَمْ نَجْعَلِ الْأَرْضَ مِهَادًا
Sila Nuti dachii firaasha hin goonee
7وَالْجِبَالَ أَوْتَادًا
Gaarreenis shikaala [hin goonee]
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — An-Naba 5

Suuratu An-Naba Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ammas haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru

Suuratu Aayah 5/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers