An-Nazi'at · 16/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
إِذْ نَادَاهُ رَبُّهُ بِالْوَادِ الْمُقَدَّسِ طُوًى ۝١٦
Iz nadaahu rabbuhu bil waadil-muqad dasi tuwa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu An-Nazi'at

14فَإِذَا هُم بِالسَّاهِرَةِ
Yeroma san isaan gubbaa dachii irratti tau
15هَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ مُوسَىٰ
Sila haasofni waa’ee Muusaa sitti dhufee
16إِذْ نَادَاهُ رَبُّهُ بِالْوَادِ الْمُقَدَّسِ طُوًى
Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe
17اذْهَبْ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ إِنَّهُ طَغَىٰ
Gara Firawn deemi; inni daangaa darbee jira
18فَقُلْ هَل لَّكَ إِلَىٰ أَن تَزَكَّىٰ
Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 16

Suuratu An-Nazi'at Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe

Suuratu Aayah 16/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers