An-Nazi'at · 37/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
فَأَمَّا مَن طَغَىٰ ۝٣٧
Fa ammaa man taghaa
📖 Afaan Oromoon
Namni daangaa dabree

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu An-Nazi'at

35يَوْمَ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ مَا سَعَىٰ
Guyyaa namni waan hojjate hunda yaadatu
36وَبُرِّزَتِ الْجَحِيمُ لِمَن يَرَىٰ
(Guyyaa) ibiddi jahannam namuma arguuf mulatte
37فَأَمَّا مَن طَغَىٰ
Namni daangaa dabree
38وَآثَرَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Jireenya addunyaa kanaa filate
39فَإِنَّ الْجَحِيمَ هِيَ الْمَأْوَىٰ
Dhugumatti, teesson isaa jahannami
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 37

Suuratu An-Nazi'at Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni daangaa dabree

Suuratu Aayah 37/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers