An-Nazi'at · 38/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
وَآثَرَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا ۝٣٨
Wa aasaral hayaatad dunyaa
📖 Afaan Oromoon
Jireenya addunyaa kanaa filate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu An-Nazi'at

36وَبُرِّزَتِ الْجَحِيمُ لِمَن يَرَىٰ
(Guyyaa) ibiddi jahannam namuma arguuf mulatte
37فَأَمَّا مَن طَغَىٰ
Namni daangaa dabree
38وَآثَرَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Jireenya addunyaa kanaa filate
39فَإِنَّ الْجَحِيمَ هِيَ الْمَأْوَىٰ
Dhugumatti, teesson isaa jahannami
40وَأَمَّا مَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَىٰ
Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 38

Suuratu An-Nazi'at Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jireenya addunyaa kanaa filate

Suuratu Aayah 38/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers