Al-Inshiqaq · 12/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَيَصْلَىٰ سَعِيرًا ۝١٢
Wa yaslaa sa`eeraa
📖 Afaan Oromoon
Ibidda boba’aa seena

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Inshiqaq

10وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ وَرَاءَ ظَهْرِهِ
Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo
11فَسَوْفَ يَدْعُو ثُبُورًا
Badii kadhachuuf jira
12وَيَصْلَىٰ سَعِيرًا
Ibidda boba’aa seena
13إِنَّهُ كَانَ فِي أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Dhugumatti, inni maatii isaa keessatti gammadaa ture
14إِنَّهُ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 12

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ibidda boba’aa seena

Suuratu Aayah 12/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers