Al-Inshiqaq · 11/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
فَسَوْفَ يَدْعُو ثُبُورًا ۝١١
Fasawfa yad`oo subooraa
📖 Afaan Oromoon
Badii kadhachuuf jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Inshiqaq

9وَيَنقَلِبُ إِلَىٰ أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Gammadaa gara maatii isaa deebi’a
10وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ وَرَاءَ ظَهْرِهِ
Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo
11فَسَوْفَ يَدْعُو ثُبُورًا
Badii kadhachuuf jira
12وَيَصْلَىٰ سَعِيرًا
Ibidda boba’aa seena
13إِنَّهُ كَانَ فِي أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Dhugumatti, inni maatii isaa keessatti gammadaa ture
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 11

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Badii kadhachuuf jira

Suuratu Aayah 11/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers