Ash-Shams · 13/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا ۝١٣
Faqaala lahum Rasoolul laahi naaqatal laahi wa suqiyaahaa
📖 Afaan Oromoon
Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Ash-Shams

11كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِطَغْوَاهَا
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte
12إِذِ انبَعَثَ أَشْقَاهَا
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)
13فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا
Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe
14فَكَذَّبُوهُ فَعَقَرُوهَا فَدَمْدَمَ عَلَيْهِمْ رَبُّهُم بِذَنبِهِمْ فَسَوَّاهَا
Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse
15وَلَا يَخَافُ عُقْبَاهَا
Haaloo ishee hin sodaatu
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 13

Suuratu Ash-Shams Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe

Suuratu Aayah 13/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers