Ash-Shams · 14/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shams
فَكَذَّبُوهُ فَعَقَرُوهَا فَدَمْدَمَ عَلَيْهِمْ رَبُّهُم بِذَنبِهِمْ فَسَوَّاهَا ۝١٤
Fakazzaboohu fa`aqaroohaa fadamdama `alaihim Rabbuhum bizambihim fasaw waahaa
📖 Afaan Oromoon
Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse
🎧 Caqasi

📜 Aayah 12-15 — Ash-Shams

12إِذِ انبَعَثَ أَشْقَاهَا
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)
13فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا
Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe
14فَكَذَّبُوهُ فَعَقَرُوهَا فَدَمْدَمَ عَلَيْهِمْ رَبُّهُم بِذَنبِهِمْ فَسَوَّاهَا
Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse
15وَلَا يَخَافُ عُقْبَاهَا
Haaloo ishee hin sodaatu
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 14

Suuratu Ash-Shams Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse

Suuratu Aayah 14/15 — Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shams Caqasi, Ash-Shams Hiikkaa, Ash-Shams mp3, Ash-Shams pdf. Aayah 12–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers