Ash-Shams · 12/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
إِذِ انبَعَثَ أَشْقَاهَا ۝١٢
Izim ba`asa ashqaahaa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Ash-Shams

10وَقَدْ خَابَ مَن دَسَّاهَا
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e
11كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِطَغْوَاهَا
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte
12إِذِ انبَعَثَ أَشْقَاهَا
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)
13فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا
Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe
14فَكَذَّبُوهُ فَعَقَرُوهَا فَدَمْدَمَ عَلَيْهِمْ رَبُّهُم بِذَنبِهِمْ فَسَوَّاهَا
Isa kijibsiisanii ishee waraananSababa badii isaanii isaan balleessee wal qixxeesse
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 12

Suuratu Ash-Shams Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)

Suuratu Aayah 12/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers