Yunus · 21/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
وَإِذَا أَذَقْنَا النَّاسَ رَحْمَةً مِّن بَعْدِ ضَرَّاءَ مَسَّتْهُمْ إِذَا لَهُم مَّكْرٌ فِي آيَاتِنَا ۚ قُلِ اللَّهُ أَسْرَعُ مَكْرًا ۚ إِنَّ رُسُلَنَا يَكْتُبُونَ مَا تَمْكُرُونَ ۝٢١
Wa izaaa azaqnan naasa rahmatam mim ba`di darraaa`a massat hum izaa lahum makrun feee aayaatinaa; qulil laahu asra`u makraa; inna rusulanaa yaktuboona maa tamkuroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo namoota erga rakkoon isaan tuqee booda rahmata isaan dhandhamsiifne, yeroma san keeyyattoota keenya keessatti tooftaa baasuun isaaniif ta’aadha“Rabbitu tooftaatti isaan irra akkaan jarjaraadha” jedhiDhugumatti, ergamtoonni keenya (maleykonni) tooftaa isin baaftan ni barreessu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 19-23 — Yunus

19وَمَا كَانَ النَّاسُ إِلَّا أُمَّةً وَاحِدَةً فَاخْتَلَفُوا ۚ وَلَوْلَا كَلِمَةٌ سَبَقَتْ مِن رَّبِّكَ لَقُضِيَ بَيْنَهُمْ فِيمَا فِيهِ يَخْتَلِفُونَ
Ilmi namaa ummata tokko malee hin turreBooda irra wal dhabanOdoo jechi Gooftaa kee irraa ta’e dursee dabruu baatee, silaa waan isaan irratti wal dhaban keessatti gidduu isaaniitti ni murteeffama ture
20وَيَقُولُونَ لَوْلَا أُنزِلَ عَلَيْهِ آيَةٌ مِّن رَّبِّهِ ۖ فَقُلْ إِنَّمَا الْغَيْبُ لِلَّهِ فَانتَظِرُوا إِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُنتَظِرِينَ
“Mallattoon Gooftaa isaa irraa maaliif isa irratti hin buufamin?” jedhu“Wanti fagoo hundi RabbumaafiIsinis eegaa; Anis isin wajjin warra eegan irraayi” jedhiin
21وَإِذَا أَذَقْنَا النَّاسَ رَحْمَةً مِّن بَعْدِ ضَرَّاءَ مَسَّتْهُمْ إِذَا لَهُم مَّكْرٌ فِي آيَاتِنَا ۚ قُلِ اللَّهُ أَسْرَعُ مَكْرًا ۚ إِنَّ رُسُلَنَا يَكْتُبُونَ مَا تَمْكُرُونَ
Yeroo namoota erga rakkoon isaan tuqee booda rahmata isaan dhandhamsiifne, yeroma san keeyyattoota keenya keessatti tooftaa baasuun isaaniif ta’aadha“Rabbitu tooftaatti isaan irra akkaan jarjaraadha” jedhiDhugumatti, ergamtoonni keenya (maleykonni) tooftaa isin baaftan ni barreessu
22هُوَ الَّذِي يُسَيِّرُكُمْ فِي الْبَرِّ وَالْبَحْرِ ۖ حَتَّىٰ إِذَا كُنتُمْ فِي الْفُلْكِ وَجَرَيْنَ بِهِم بِرِيحٍ طَيِّبَةٍ وَفَرِحُوا بِهَا جَاءَتْهَا رِيحٌ عَاصِفٌ وَجَاءَهُمُ الْمَوْجُ مِن كُلِّ مَكَانٍ وَظَنُّوا أَنَّهُمْ أُحِيطَ بِهِمْ ۙ دَعَوُا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ لَئِنْ أَنجَيْتَنَا مِنْ هَٰذِهِ لَنَكُونَنَّ مِنَ الشَّاكِرِينَ
Inni Isa dachiifi bishaan keessas isin deemsisuYeroo dooniwwan keessatti taatanii qilleensa gaarii keessa isaaniin deemanii, isheetti gammadan, qilleensi bubbisaan isaanitti dhufa; danbaliiniis bakka hunda irraa isaanitti dhufa; marfamnees yaadu“Yoo Ati (balaa) kana irraa nagaa nu baafte, nuti dhugumatti, warra (si) galateeffatan irraa taana” (jechaa) ibaadaa Isaaf qulqulleessanii Rabbiin qofa kadhatu
23فَلَمَّا أَنجَاهُمْ إِذَا هُمْ يَبْغُونَ فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ ۗ يَا أَيُّهَا النَّاسُ إِنَّمَا بَغْيُكُمْ عَلَىٰ أَنفُسِكُم ۖ مَّتَاعَ الْحَيَاةِ الدُّنْيَا ۖ ثُمَّ إِلَيْنَا مَرْجِعُكُمْ فَنُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Yeroma Inni nagaa isaan baase, isaan yoosuu haqaan ala dachii keessatti daangaa dabruYaa namootaa! Daangaa dabriinsi keessan isinuma irrattiQananii jireenya addunyaa (xiqqoo qananiitu)Sana booda deebiin keessan gara keenyattii, Nuti waan isin dalagaa turtan isinitti himna
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Yunus 21

Suuratu Yunus Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo namoota erga rakkoon isaan tuqee booda rahmata isaan dhandhamsiifne,…

Suuratu Aayah 21/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers