Yunus · 89/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
قَالَ قَدْ أُجِيبَت دَّعْوَتُكُمَا فَاسْتَقِيمَا وَلَا تَتَّبِعَانِّ سَبِيلَ الَّذِينَ لَا يَعْلَمُونَ ۝٨٩
Qaala qad ujeebad da`watukumaa fastaqeemaa wa laa tattabi`aaanni sabeelal lazeena laaya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) ni jedhe: “Dhugumatti, kadhaan keessan lamaanii fudhatama argattee jirtiKaraa qajeelaa irratti gadi dhaabbadhaa; karaa warra hin beeknees hin hordofinaa.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 87-91 — Yunus

87وَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ وَأَخِيهِ أَن تَبَوَّءَا لِقَوْمِكُمَا بِمِصْرَ بُيُوتًا وَاجْعَلُوا بُيُوتَكُمْ قِبْلَةً وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ ۗ وَبَشِّرِ الْمُؤْمِنِينَ
Muusaafi obboleessa isaattis: “Isin lachanuu ummata keessaniif Misratti manneen qopheessaa; manneen keessanis iddoo ibaadaa taasisaa; salaatas dhaabaa; mu’uminootas gammachiisi” jechuu wahyii goone
88وَقَالَ مُوسَىٰ رَبَّنَا إِنَّكَ آتَيْتَ فِرْعَوْنَ وَمَلَأَهُ زِينَةً وَأَمْوَالًا فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا رَبَّنَا لِيُضِلُّوا عَن سَبِيلِكَ ۖ رَبَّنَا اطْمِسْ عَلَىٰ أَمْوَالِهِمْ وَاشْدُدْ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ فَلَا يُؤْمِنُوا حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Muusaanis ni jedhe: “Gooftaa keenya! Ati dhugumatti Fir’awniifi qondaalota isaatiif jireenya addunyaa keessatti, (yaa) Gooftaa keenya! Karaa kee irraa akka (namoota) jallisaniif jecha miidhaginaafi qabeenya kennitee jirtaGooftaa keenya! Qabeenya isaanii mancaasi; onnee isaanii irrattis jabeesiIsaan hanga adabbii laalessaa arganitti hin amanan.”
89قَالَ قَدْ أُجِيبَت دَّعْوَتُكُمَا فَاسْتَقِيمَا وَلَا تَتَّبِعَانِّ سَبِيلَ الَّذِينَ لَا يَعْلَمُونَ
(Rabbiin) ni jedhe: “Dhugumatti, kadhaan keessan lamaanii fudhatama argattee jirtiKaraa qajeelaa irratti gadi dhaabbadhaa; karaa warra hin beeknees hin hordofinaa.”
90۞ وَجَاوَزْنَا بِبَنِي إِسْرَائِيلَ الْبَحْرَ فَأَتْبَعَهُمْ فِرْعَوْنُ وَجُنُودُهُ بَغْيًا وَعَدْوًا ۖ حَتَّىٰ إِذَا أَدْرَكَهُ الْغَرَقُ قَالَ آمَنتُ أَنَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا الَّذِي آمَنَتْ بِهِ بَنُو إِسْرَائِيلَ وَأَنَا مِنَ الْمُسْلِمِينَ
Ilmaan Israa’iil galaana ceesifneeti, Fir’awniifi waraanni isaas jibbaafi diinummaaf isaan hordofan; yeroo bishaaniin nyaatamuun isa dhaqqabu “dhugumatti, Isa Ilmaan Israa’iil itti amanan malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiruu amaneeraAnis Muslimtoota irraayi” jedhe
91آلْآنَ وَقَدْ عَصَيْتَ قَبْلُ وَكُنتَ مِنَ الْمُفْسِدِينَ
Sila odoo duraan diddee, balleessitoota irraa taatee jirtuu amma (amantaa)
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Yunus 89

Suuratu Yunus Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) ni jedhe: “Dhugumatti, kadhaan keessan lamaanii fudhatama argattee jirtiKaraa…

Suuratu Aayah 89/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 87–91. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers