Al-Hijr · 38/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ ۝٣٨
Ilaa Yawmil waqtil ma`loom
📖 Afaan Oromoon
“Hanga guyyaa yeroo beekaamaatti.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Al-Hijr

36قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
“Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe
37قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe
38إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ
“Hanga guyyaa yeroo beekaamaatti.”
39قَالَ رَبِّ بِمَا أَغْوَيْتَنِي لَأُزَيِّنَنَّ لَهُمْ فِي الْأَرْضِ وَلَأُغْوِيَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
(Ibliis) ni jedhe: “Gooftaa kiyya! na jallisuu keetiin kakadhee, dhugumatti dachii keessatti (karaa jallinaa) isaaniif miidhagseen walumaa galatti isaan jallisa
40إِلَّا عِبَادَكَ مِنْهُمُ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota kee irraa qulqulleeffamoota isaan ta’an malee
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 38

Suuratu Al-Hijr Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Hanga guyyaa yeroo beekaamaatti.”

Suuratu Aayah 38/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers