Al-Hijr · 37/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ ۝٣٧
Qaala fa innaka minal munzareen
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Al-Hijr

35وَإِنَّ عَلَيْكَ اللَّعْنَةَ إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”
36قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
“Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe
37قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe
38إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ
“Hanga guyyaa yeroo beekaamaatti.”
39قَالَ رَبِّ بِمَا أَغْوَيْتَنِي لَأُزَيِّنَنَّ لَهُمْ فِي الْأَرْضِ وَلَأُغْوِيَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
(Ibliis) ni jedhe: “Gooftaa kiyya! na jallisuu keetiin kakadhee, dhugumatti dachii keessatti (karaa jallinaa) isaaniif miidhagseen walumaa galatti isaan jallisa
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 37

Suuratu Al-Hijr Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe

Suuratu Aayah 37/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers