Al-Hijr · 50/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَأَنَّ عَذَابِي هُوَ الْعَذَابُ الْأَلِيمُ ۝٥٠
Wa anna `azaabee uwal `azaabul aleem
📖 Afaan Oromoon
“Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 48-52 — Suuratu Al-Hijr

48لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ
Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu
49۞ نَبِّئْ عِبَادِي أَنِّي أَنَا الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
“Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi
50وَأَنَّ عَذَابِي هُوَ الْعَذَابُ الْأَلِيمُ
“Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)
51وَنَبِّئْهُمْ عَن ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ
Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi
52إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا قَالَ إِنَّا مِنكُمْ وَجِلُونَ
Yeroo isa irratti seenanii, salaam jedhan (nagaa gaafatan) [Inni] “Dhugumatti, nuti isin irraa sodaatoodha” jedheen
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 50

Suuratu Al-Hijr Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)

Suuratu Aayah 50/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers