Al-Hijr · 49/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
۞ نَبِّئْ عِبَادِي أَنِّي أَنَا الْغَفُورُ الرَّحِيمُ ۝٤٩
Nabbi` `ibaadeee annneee anal Ghafoorur Raheem
📖 Afaan Oromoon
“Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 47-51 — Suuratu Al-Hijr

47وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma isaanii keessa jiru baafne
48لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ
Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu
49۞ نَبِّئْ عِبَادِي أَنِّي أَنَا الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
“Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi
50وَأَنَّ عَذَابِي هُوَ الْعَذَابُ الْأَلِيمُ
“Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)
51وَنَبِّئْهُمْ عَن ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ
Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 49

Suuratu Al-Hijr Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi

Suuratu Aayah 49/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers