Al-Hijr · 51/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَنَبِّئْهُمْ عَن ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ ۝٥١
Wa nabbi`hum `an daifi Ibraaheem
📖 Afaan Oromoon
Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 49-53 — Suuratu Al-Hijr

49۞ نَبِّئْ عِبَادِي أَنِّي أَنَا الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
“Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi
50وَأَنَّ عَذَابِي هُوَ الْعَذَابُ الْأَلِيمُ
“Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)
51وَنَبِّئْهُمْ عَن ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ
Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi
52إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا قَالَ إِنَّا مِنكُمْ وَجِلُونَ
Yeroo isa irratti seenanii, salaam jedhan (nagaa gaafatan) [Inni] “Dhugumatti, nuti isin irraa sodaatoodha” jedheen
53قَالُوا لَا تَوْجَلْ إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ عَلِيمٍ
“Hin sodaatinNuti ilma beekaa ta’een si gammachiifnaa” jedhan
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 51

Suuratu Al-Hijr Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi

Suuratu Aayah 51/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 49–53. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers