Al-Hijr · 96/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
الَّذِينَ يَجْعَلُونَ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ ۚ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ ۝٩٦
Allazeena yaj`aloona ma`al laahi ilaahan aakhar; fasawfa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) warra Rabbii wajjiin gabbaramaa biraa godhan; fuulduratti beeku
🎧 Caqasi

📜 Aayah 94-98 — Al-Hijr

94فَاصْدَعْ بِمَا تُؤْمَرُ وَأَعْرِضْ عَنِ الْمُشْرِكِينَ
Waan itti ajajamte ifatti labsi; Mushrikoota irraas garagali
95إِنَّا كَفَيْنَاكَ الْمُسْتَهْزِئِينَ
Dhugumatti, warra sitti qishnan siif geenyeerra
96الَّذِينَ يَجْعَلُونَ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ ۚ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ
(Isaan) warra Rabbii wajjiin gabbaramaa biraa godhan; fuulduratti beeku
97وَلَقَدْ نَعْلَمُ أَنَّكَ يَضِيقُ صَدْرُكَ بِمَا يَقُولُونَ
Dhugumatti waan isaan jedhanuun qomni kee rakkachuu ni beekna
98فَسَبِّحْ بِحَمْدِ رَبِّكَ وَكُن مِّنَ السَّاجِدِينَ
Gooftaa kee faarsuu wajjin Isa qulqulleessiWarra sujuudan irraas ta’i
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
96Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 96

Suuratu Al-Hijr Aayah 96 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) warra Rabbii wajjiin gabbaramaa biraa godhan; fuulduratti beeku

Suuratu Aayah 96/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 94–98. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers