An-Nahl · 128/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
إِنَّ اللَّهَ مَعَ الَّذِينَ اتَّقَوا وَّالَّذِينَ هُم مُّحْسِنُونَ ۝١٢٨
Innal laaha ma`al lazeenat taqaw wal lazeena hum muhsinoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin warra Isa sodaataniifi warra toltuu hojjattan wajjin jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 126-128 — Suuratu An-Nahl

126وَإِنْ عَاقَبْتُمْ فَعَاقِبُوا بِمِثْلِ مَا عُوقِبْتُم بِهِ ۖ وَلَئِن صَبَرْتُمْ لَهُوَ خَيْرٌ لِّلصَّابِرِينَ
Yoo haaloo bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaaYoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha
127وَاصْبِرْ وَمَا صَبْرُكَ إِلَّا بِاللَّهِ ۚ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُ فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Obsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taaneIsaan irrattis hin gaddinTooftaa isaan baasan irraa dhiphina keessatti hin ta’in
128إِنَّ اللَّهَ مَعَ الَّذِينَ اتَّقَوا وَّالَّذِينَ هُم مُّحْسِنُونَ
Dhugumatti, Rabbiin warra Isa sodaataniifi warra toltuu hojjattan wajjin jira
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
128Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 128

Suuratu An-Nahl Aayah 128 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin warra Isa sodaataniifi warra toltuu hojjattan wajjin jira

Suuratu Aayah 128/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 126–128. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers