An-Nahl · 127/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَاصْبِرْ وَمَا صَبْرُكَ إِلَّا بِاللَّهِ ۚ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُ فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ ۝١٢٧
Wasbir wa maa sabruka illaa billaah; wa laa tahzan `alaihim wa laa taku fee daiqim mimmaa yamkuroon
📖 Afaan Oromoon
Obsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taaneIsaan irrattis hin gaddinTooftaa isaan baasan irraa dhiphina keessatti hin ta’in

🎧 Caqasi


📜 Aayah 125-128 — Suuratu An-Nahl

125ادْعُ إِلَىٰ سَبِيلِ رَبِّكَ بِالْحِكْمَةِ وَالْمَوْعِظَةِ الْحَسَنَةِ ۖ وَجَادِلْهُم بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ ۚ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Gara karaa Gooftaa keetii ogummaafi gorsa bareedaan waamiIshee (falmii) irra gaarii taateen isaan falmiDhugumatti Gooftaan kee nama karaa Isaa irraa jallate ni beekaaInni qajeeltotas beekaadha
126وَإِنْ عَاقَبْتُمْ فَعَاقِبُوا بِمِثْلِ مَا عُوقِبْتُم بِهِ ۖ وَلَئِن صَبَرْتُمْ لَهُوَ خَيْرٌ لِّلصَّابِرِينَ
Yoo haaloo bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaaYoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha
127وَاصْبِرْ وَمَا صَبْرُكَ إِلَّا بِاللَّهِ ۚ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُ فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Obsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taaneIsaan irrattis hin gaddinTooftaa isaan baasan irraa dhiphina keessatti hin ta’in
128إِنَّ اللَّهَ مَعَ الَّذِينَ اتَّقَوا وَّالَّذِينَ هُم مُّحْسِنُونَ
Dhugumatti, Rabbiin warra Isa sodaataniifi warra toltuu hojjattan wajjin jira
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
127Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 127

Suuratu An-Nahl Aayah 127 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Obsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taaneIsaan irrattis…

Suuratu Aayah 127/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 125–128. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers