An-Nahl · 43/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَمَا أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ إِلَّا رِجَالًا نُّوحِي إِلَيْهِمْ ۚ فَاسْأَلُوا أَهْلَ الذِّكْرِ إِن كُنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ ۝٤٣
Wa maaa arsalnaa min qablika illaa rijaalan nooheee ilaihim; fas`alooo ahlaz zikri in kuntum laa ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Nuti si dura dhiirota wahyii gara isaaniitti goone malee (waan biraa) hin ergineYoo kan hin beekne taatan, abbootii beekumsaa gaafadhaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 41-45 — An-Nahl

41وَالَّذِينَ هَاجَرُوا فِي اللَّهِ مِن بَعْدِ مَا ظُلِمُوا لَنُبَوِّئَنَّهُمْ فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً ۖ وَلَأَجْرُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Isaan erga miidhamanii booda (karaa) Rabbii keessatti godaanan, dhugumatti addunyaa keessatti (qubannaa) gaarii ta’e isaan qubsiifnaOdoo kan beekan ta’anii mindaa Aakhiraatu irra guddaadha
42الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ
(Isaan) warra obsanii, Gooftaa isaanii (qofa) irratti hirkataniidha
43وَمَا أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ إِلَّا رِجَالًا نُّوحِي إِلَيْهِمْ ۚ فَاسْأَلُوا أَهْلَ الذِّكْرِ إِن كُنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ
Nuti si dura dhiirota wahyii gara isaaniitti goone malee (waan biraa) hin ergineYoo kan hin beekne taatan, abbootii beekumsaa gaafadhaa
44بِالْبَيِّنَاتِ وَالزُّبُرِ ۗ وَأَنزَلْنَا إِلَيْكَ الذِّكْرَ لِتُبَيِّنَ لِلنَّاسِ مَا نُزِّلَ إِلَيْهِمْ وَلَعَلَّهُمْ يَتَفَكَّرُونَ
Mallattoolee ifa ta’aniifi kitaabotaan (isaan ergine)Akka namootaaf waan gara isaaniitti buufame ibsituufi isaanis xiinxalaniif Qur’aana gara keetti buufne
45أَفَأَمِنَ الَّذِينَ مَكَرُوا السَّيِّئَاتِ أَن يَخْسِفَ اللَّهُ بِهِمُ الْأَرْضَ أَوْ يَأْتِيَهُمُ الْعَذَابُ مِنْ حَيْثُ لَا يَشْعُرُونَ
Sila isaan tooftaa badaa baasan ‘Rabbiin dachii isaaniin gadi kutuu yookiin iddoo isaan hin beekne irraa adabbiin isaanitti dhufuu’ hin sodaatanuu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 43

Suuratu An-Nahl Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti si dura dhiirota wahyii gara isaaniitti goone malee (waan…

Suuratu Aayah 43/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers