An-Nahl · 42/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ ۝٤٢
Allazeena sabaroo wa `alaa Rabbihim yatawak kaloon
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) warra obsanii, Gooftaa isaanii (qofa) irratti hirkataniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — An-Nahl

40إِنَّمَا قَوْلُنَا لِشَيْءٍ إِذَا أَرَدْنَاهُ أَن نَّقُولَ لَهُ كُن فَيَكُونُ
Wanta kamillee (ta’uu) isaa yoo feene, jechi keenya isaan ‘ta’i’ (jechuu) qofaAchumaan ta’a
41وَالَّذِينَ هَاجَرُوا فِي اللَّهِ مِن بَعْدِ مَا ظُلِمُوا لَنُبَوِّئَنَّهُمْ فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً ۖ وَلَأَجْرُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Isaan erga miidhamanii booda (karaa) Rabbii keessatti godaanan, dhugumatti addunyaa keessatti (qubannaa) gaarii ta’e isaan qubsiifnaOdoo kan beekan ta’anii mindaa Aakhiraatu irra guddaadha
42الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ
(Isaan) warra obsanii, Gooftaa isaanii (qofa) irratti hirkataniidha
43وَمَا أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ إِلَّا رِجَالًا نُّوحِي إِلَيْهِمْ ۚ فَاسْأَلُوا أَهْلَ الذِّكْرِ إِن كُنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ
Nuti si dura dhiirota wahyii gara isaaniitti goone malee (waan biraa) hin ergineYoo kan hin beekne taatan, abbootii beekumsaa gaafadhaa
44بِالْبَيِّنَاتِ وَالزُّبُرِ ۗ وَأَنزَلْنَا إِلَيْكَ الذِّكْرَ لِتُبَيِّنَ لِلنَّاسِ مَا نُزِّلَ إِلَيْهِمْ وَلَعَلَّهُمْ يَتَفَكَّرُونَ
Mallattoolee ifa ta’aniifi kitaabotaan (isaan ergine)Akka namootaaf waan gara isaaniitti buufame ibsituufi isaanis xiinxalaniif Qur’aana gara keetti buufne
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 42

Suuratu An-Nahl Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) warra obsanii, Gooftaa isaanii (qofa) irratti hirkataniidha

Suuratu Aayah 42/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers