Maryam · 85/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
يَوْمَ نَحْشُرُ الْمُتَّقِينَ إِلَى الرَّحْمَٰنِ وَفْدًا ۝٨٥
Yawma nahshurul muttaqeena ilar Rahmaani wafdaa
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa warra Rabbiin sodaatan gara Rahmaanitti garee kabajamoo taasifnee isaan walitti qabnu [yaadadhu]

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 83-87 — Suuratu Maryam

83أَلَمْ تَرَ أَنَّا أَرْسَلْنَا الشَّيَاطِينَ عَلَى الْكَافِرِينَ تَؤُزُّهُمْ أَزًّا
Sila akka Nuti kaafiroota irratti sheyxaanota erginee (badii irratti) kakaasanii dhiibaa turan hin arginee
84فَلَا تَعْجَلْ عَلَيْهِمْ ۖ إِنَّمَا نَعُدُّ لَهُمْ عَدًّا
Isaan (adabamuu) irratti hin jerjerin; Nuti lakkoofsa (guyyootaa) isaaniif lakkaayaa jirra
85يَوْمَ نَحْشُرُ الْمُتَّقِينَ إِلَى الرَّحْمَٰنِ وَفْدًا
Guyyaa warra Rabbiin sodaatan gara Rahmaanitti garee kabajamoo taasifnee isaan walitti qabnu [yaadadhu]
86وَنَسُوقُ الْمُجْرِمِينَ إِلَىٰ جَهَنَّمَ وِرْدًا
Badii raawwattoota immoo dheebotoo taasifnee gara Jahannam oofna
87لَّا يَمْلِكُونَ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِندَ الرَّحْمَٰنِ عَهْدًا
Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — Maryam 85

Suuratu Maryam Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa warra Rabbiin sodaatan gara Rahmaanitti garee kabajamoo taasifnee isaan…

Suuratu Aayah 85/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers