Maryam · 86/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
وَنَسُوقُ الْمُجْرِمِينَ إِلَىٰ جَهَنَّمَ وِرْدًا ۝٨٦
Wa nasooqul mujrimeena ilaa Jahannama wirdaa
📖 Afaan Oromoon
Badii raawwattoota immoo dheebotoo taasifnee gara Jahannam oofna

🎧 Caqasi


📜 Aayah 84-88 — Suuratu Maryam

84فَلَا تَعْجَلْ عَلَيْهِمْ ۖ إِنَّمَا نَعُدُّ لَهُمْ عَدًّا
Isaan (adabamuu) irratti hin jerjerin; Nuti lakkoofsa (guyyootaa) isaaniif lakkaayaa jirra
85يَوْمَ نَحْشُرُ الْمُتَّقِينَ إِلَى الرَّحْمَٰنِ وَفْدًا
Guyyaa warra Rabbiin sodaatan gara Rahmaanitti garee kabajamoo taasifnee isaan walitti qabnu [yaadadhu]
86وَنَسُوقُ الْمُجْرِمِينَ إِلَىٰ جَهَنَّمَ وِرْدًا
Badii raawwattoota immoo dheebotoo taasifnee gara Jahannam oofna
87لَّا يَمْلِكُونَ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِندَ الرَّحْمَٰنِ عَهْدًا
Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu
88وَقَالُوا اتَّخَذَ الرَّحْمَٰنُ وَلَدًا
“Rahmaan ilma godhate” jedhu
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — Maryam 86

Suuratu Maryam Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Badii raawwattoota immoo dheebotoo taasifnee gara Jahannam oofna

Suuratu Aayah 86/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers