Al-Baqarah · 192/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Baqarah
فَإِنِ انتَهَوْا فَإِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ ۝١٩٢
Fa ini-ntahaw fa innal laaha Ghafoorur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Yoo isaan (waraana) dhaabanii amantii seenan Rabbiin akkaan mararfataa rahmata godhaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 190-194 — Al-Baqarah

190وَقَاتِلُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ الَّذِينَ يُقَاتِلُونَكُمْ وَلَا تَعْتَدُوا ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ الْمُعْتَدِينَ
Karaa Rabbii keessattis warra isiniin lolaniin lolaaDaangaas hin dabrinaaRabbiin warra daangaa dabran hin jaalatu
191وَاقْتُلُوهُمْ حَيْثُ ثَقِفْتُمُوهُمْ وَأَخْرِجُوهُم مِّنْ حَيْثُ أَخْرَجُوكُمْ ۚ وَالْفِتْنَةُ أَشَدُّ مِنَ الْقَتْلِ ۚ وَلَا تُقَاتِلُوهُمْ عِندَ الْمَسْجِدِ الْحَرَامِ حَتَّىٰ يُقَاتِلُوكُمْ فِيهِ ۖ فَإِن قَاتَلُوكُمْ فَاقْتُلُوهُمْ ۗ كَذَٰلِكَ جَزَاءُ الْكَافِرِينَ
(Warra isiniin lolan) bakkuma isaan argitanitti isaan ajjeesaaIddoo isaan isin baasan irraas isaan baasaaShirkiitu ajjeechaa caalaa hamaadhaMasjidal-Haraam biratti, yoo isaan isa keessatti isin waraanan malee isin isaan hin waraaninaaYoo isaan isin waraanan, isinis isaan ajjeesaa; galanni kaafirootaa akkuma kana
192فَإِنِ انتَهَوْا فَإِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Yoo isaan (waraana) dhaabanii amantii seenan Rabbiin akkaan mararfataa rahmata godhaadha
193وَقَاتِلُوهُمْ حَتَّىٰ لَا تَكُونَ فِتْنَةٌ وَيَكُونَ الدِّينُ لِلَّهِ ۖ فَإِنِ انتَهَوْا فَلَا عُدْوَانَ إِلَّا عَلَى الظَّالِمِينَ
Hanga shirkiin hafee amantiin Rabbiif qofa ta’utti isaaniin lolaaYoo isaan (lola) dhiisan, warra miidhaa hojjatu irratti malee diinomuun hin jiru
194الشَّهْرُ الْحَرَامُ بِالشَّهْرِ الْحَرَامِ وَالْحُرُمَاتُ قِصَاصٌ ۚ فَمَنِ اعْتَدَىٰ عَلَيْكُمْ فَاعْتَدُوا عَلَيْهِ بِمِثْلِ مَا اعْتَدَىٰ عَلَيْكُمْ ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ مَعَ الْمُتَّقِينَ
Baatiin kabajamaan baatuma sana keessa (galata galfama); kabajaan gamaa gamanaayi (yoo isaan baaticha san kabajan isiniis kabajju)Nama isin irratti daangaa dabre isinis fakkaatuma waan inni isin irratti daangaa dabreetiin isa irratti daangaa dabraaRabbiin sodaadhaa; Rabbiin warra Isa sodaatuu wajjiin ta’uus beekaa
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
192Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 192

Suuratu Al-Baqarah Aayah 192 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo isaan (waraana) dhaabanii amantii seenan Rabbiin akkaan mararfataa rahmata…

Suuratu Aayah 192/286 — Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Baqarah Caqasi, Al-Baqarah Hiikkaa, Al-Baqarah mp3, Al-Baqarah pdf. Aayah 190–194. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers