Al-Baqarah · 7/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Baqarah
خَتَمَ اللَّهُ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ وَعَلَىٰ سَمْعِهِمْ ۖ وَعَلَىٰ أَبْصَارِهِمْ غِشَاوَةٌ ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ ۝٧
Khatamal laahu `alaa quloobihim wa `alaa sam`i-him wa `alaaa absaarihim ghishaa watunw wa lahum `azaabun `azeem
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin onnee isaaniitiifi dhageettii isaanii irratti cufe; agartuu isaanii irras haguuggiitu jiraIsaaniif adabbii guddaatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Baqarah

5أُولَٰئِكَ عَلَىٰ هُدًى مِّن رَّبِّهِمْ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
Warri sun qajeelfama Rabbii isaanii biraa ta’e irra jiruAmmas warri sun isaantu milkaa’oodha
6إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا سَوَاءٌ عَلَيْهِمْ أَأَنذَرْتَهُمْ أَمْ لَمْ تُنذِرْهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Dhugumatti, isaan kafaran isaan akeekkachiiftes isaan akeekkachiisuu dhiiftes [lamaanuu] isaan irratti wal qixa; hin amananu
7خَتَمَ اللَّهُ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ وَعَلَىٰ سَمْعِهِمْ ۖ وَعَلَىٰ أَبْصَارِهِمْ غِشَاوَةٌ ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ
Rabbiin onnee isaaniitiifi dhageettii isaanii irratti cufe; agartuu isaanii irras haguuggiitu jiraIsaaniif adabbii guddaatu jira
8وَمِنَ النَّاسِ مَن يَقُولُ آمَنَّا بِاللَّهِ وَبِالْيَوْمِ الْآخِرِ وَمَا هُم بِمُؤْمِنِينَ
Namoota irraa nama odoo hin amanin "Rabbiifi Guyyaa Aakhiraatti amanne" jedhutu jira
9يُخَادِعُونَ اللَّهَ وَالَّذِينَ آمَنُوا وَمَا يَخْدَعُونَ إِلَّا أَنفُسَهُمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Rabbiifi warra amanan gowwoomsan [isaanitti fakkaata]; hin beekan malee lubbuu isaanii malee homaa hin gowwoomsanu
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 7

Suuratu Al-Baqarah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin onnee isaaniitiifi dhageettii isaanii irratti cufe; agartuu isaanii irras…

Suuratu Aayah 7/286 — Suuratu Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Baqarah Caqasi, Suuratu Al-Baqarah Hiikkaa, Suuratu Al-Baqarah mp3, Suuratu Al-Baqarah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers