Taha · 106/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Taha
فَيَذَرُهَا قَاعًا صَفْصَفًا ۝١٠٦
Fa yazaruhaa qaa`an safsafaa
📖 Afaan Oromoon
“Lafa wal qixxaa’aa biqilaa hin qabne taasisee ishee dhiisa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 104-108 — Taha

104نَّحْنُ أَعْلَمُ بِمَا يَقُولُونَ إِذْ يَقُولُ أَمْثَلُهُمْ طَرِيقَةً إِن لَّبِثْتُمْ إِلَّا يَوْمًا
Nuti yeroo mala irra beekaan isaanii “isin guyyaa tokko malee hin teenye” jedhu waan isaan jedhan akkaan beekna
105وَيَسْأَلُونَكَ عَنِ الْجِبَالِ فَقُلْ يَنسِفُهَا رَبِّي نَسْفًا
Gaarreen irraas si gaafatuAtis “Gooftaan kiyya faffacaasuu ishee faffacaasa” jedhiin
106فَيَذَرُهَا قَاعًا صَفْصَفًا
“Lafa wal qixxaa’aa biqilaa hin qabne taasisee ishee dhiisa
107لَّا تَرَىٰ فِيهَا عِوَجًا وَلَا أَمْتًا
Ishee keessatti bu’aa bahiis hin argitu.”
108يَوْمَئِذٍ يَتَّبِعُونَ الدَّاعِيَ لَا عِوَجَ لَهُ ۖ وَخَشَعَتِ الْأَصْوَاتُ لِلرَّحْمَٰنِ فَلَا تَسْمَعُ إِلَّا هَمْسًا
Guyyaa san lallabaa hordofu; asiifi achi irraa dabuun isaaniif hin jiraatuSagaleen hunduu Rahmaaniif gadi jettiShokoksaa malee homaa hin dhageessu
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
106Aayah

Hiikkaa — Taha 106

Suuratu Taha Aayah 106 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Lafa wal qixxaa’aa biqilaa hin qabne taasisee ishee dhiisa

Suuratu Aayah 106/135 — Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Taha Caqasi, Taha Hiikkaa, Taha mp3, Taha pdf. Aayah 104–108. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers