Al-Anbiya · 10/112
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anbiya
لَقَدْ أَنزَلْنَا إِلَيْكُمْ كِتَابًا فِيهِ ذِكْرُكُمْ ۖ أَفَلَا تَعْقِلُونَ ۝١٠
Laqad anzalnaaa ilaikum Kitaaban feehi zikrukum afalaa ta`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti kitaaba yaadannoon (gorsi) keessan isa keessa jiru gara keessanitti buufnee jirraSila hin xiinxaltanuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Anbiya

8وَمَا جَعَلْنَاهُمْ جَسَدًا لَّا يَأْكُلُونَ الطَّعَامَ وَمَا كَانُوا خَالِدِينَ
Nuti isaan (ergamoota Rabbii) qaamota nyaata hin nyaanne hin taasifnes; kan (addunyaa keessa) yeroo hunda jiraatanis hin taane
9ثُمَّ صَدَقْنَاهُمُ الْوَعْدَ فَأَنجَيْنَاهُمْ وَمَن نَّشَاءُ وَأَهْلَكْنَا الْمُسْرِفِينَ
Sana booda waadicha isaaniif dhugaa goonee isaaniifi nama feenes ni baraarsinee; daanga dabartoota immoo ni balleessine
10لَقَدْ أَنزَلْنَا إِلَيْكُمْ كِتَابًا فِيهِ ذِكْرُكُمْ ۖ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Dhugumatti, Nuti kitaaba yaadannoon (gorsi) keessan isa keessa jiru gara keessanitti buufnee jirraSila hin xiinxaltanuu
11وَكَمْ قَصَمْنَا مِن قَرْيَةٍ كَانَتْ ظَالِمَةً وَأَنشَأْنَا بَعْدَهَا قَوْمًا آخَرِينَ
(Warra) gandaa miidhaa hojjattu taatee baayee balleessine; erga isheetii ummata biraa uumne
12فَلَمَّا أَحَسُّوا بَأْسَنَا إِذَا هُم مِّنْهَا يَرْكُضُونَ
Yeroo adabbii keenya argan, yeroma san isaan ishee irraa gulufu
Al-AnbiyaTarreeffama Qur'ana
112Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Anbiya 10

Suuratu Al-Anbiya Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti kitaaba yaadannoon (gorsi) keessan isa keessa jiru gara…

Suuratu Aayah 10/112 — Suuratu Al-Anbiya الأنبياء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anbiya Caqasi, Suuratu Al-Anbiya Hiikkaa, Suuratu Al-Anbiya mp3, Suuratu Al-Anbiya pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers