Al-Hajj · 10/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
ذَٰلِكَ بِمَا قَدَّمَتْ يَدَاكَ وَأَنَّ اللَّهَ لَيْسَ بِظَلَّامٍ لِّلْعَبِيدِ ۝١٠
Zaalika bimaa qaddamat yadaaka wa annal laaha laisa bizallaamil lil`abeed
📖 Afaan Oromoon
“Kun waan harki kee lamaan hojjataniif” (isaan jedhama)Dhugumatti, Allaahnis gabroota (Isaa) kan miidhu hin taane
🎧 Caqasi

📜 Aayah 8-12 — Al-Hajj

8وَمِنَ النَّاسِ مَن يُجَادِلُ فِي اللَّهِ بِغَيْرِ عِلْمٍ وَلَا هُدًى وَلَا كِتَابٍ مُّنِيرٍ
Namoota irraa nama beekumsa, qajeelfamaafi kitaaba (ergaa Rabbii) ibsu malee (waaee) Rabbii keessatti falmutu jira
9ثَانِيَ عِطْفِهِ لِيُضِلَّ عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۖ لَهُ فِي الدُّنْيَا خِزْيٌ ۖ وَنُذِيقُهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ عَذَابَ الْحَرِيقِ
Morma isaa maree (namoota) karaa Rabbii irraa jallisuuf (nama falmutu jira)Isaaf addunyaa kana keessatti salphinatu jiraGuyyaa Qiyaamaas adabbii gubaa ta’e isa dhandhamsiifna
10ذَٰلِكَ بِمَا قَدَّمَتْ يَدَاكَ وَأَنَّ اللَّهَ لَيْسَ بِظَلَّامٍ لِّلْعَبِيدِ
“Kun waan harki kee lamaan hojjataniif” (isaan jedhama)Dhugumatti, Allaahnis gabroota (Isaa) kan miidhu hin taane
11وَمِنَ النَّاسِ مَن يَعْبُدُ اللَّهَ عَلَىٰ حَرْفٍ ۖ فَإِنْ أَصَابَهُ خَيْرٌ اطْمَأَنَّ بِهِ ۖ وَإِنْ أَصَابَتْهُ فِتْنَةٌ انقَلَبَ عَلَىٰ وَجْهِهِ خَسِرَ الدُّنْيَا وَالْآخِرَةَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْخُسْرَانُ الْمُبِينُ
Namoota irraas nama amantii irraa moggaatti ta’ee (shakkiin) Rabbi gabbarutu jiraYoo toltuun isa tuqe, isatti raga’aYoo rakkoon isa tuqe ammoo, fuula isaa irratti garagalaInni addunyaafi Aakhiraa hoonga’ee jiraSun isatu hoongoo ifa bahaadha
12يَدْعُو مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَضُرُّهُ وَمَا لَا يَنفَعُهُ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الضَّلَالُ الْبَعِيدُ
Rabbiin ala waan isa hin miineefi isa hin fayyadne kadhataSun isatu jallina fagoodha
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 10

Suuratu Al-Hajj Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Kun waan harki kee lamaan hojjataniif” (isaan jedhama)Dhugumatti, Allaahnis gabroota…

Suuratu Aayah 10/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers