Al-Mu'minun · 4/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَالَّذِينَ هُمْ لِلزَّكَاةِ فَاعِلُونَ ۝٤
Wallazeena hum liz Zakaati faa`iloon
📖 Afaan Oromoon
Isaan warra zakaas raawwataniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Mu'minun

2الَّذِينَ هُمْ فِي صَلَاتِهِمْ خَاشِعُونَ
Isaan warra salaata isaanii keessatti khushuu’a qabaniidha
3وَالَّذِينَ هُمْ عَنِ اللَّغْوِ مُعْرِضُونَ
Isaan warra wanta bu’aa hin qabne irraa garagalaniidha
4وَالَّذِينَ هُمْ لِلزَّكَاةِ فَاعِلُونَ
Isaan warra zakaas raawwataniidha
5وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha
6إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Haadha manaa isaanii yookiin waan mirgi isaanii dhuunfatte irratti maleeDhugumatti, isaan komatamoo miti
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 4

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan warra zakaas raawwataniidha

Suuratu Aayah 4/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers