Al-Mu'minun · 5/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ ۝٥
Wallazeena hum lifuroo jihim haafizoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Mu'minun

3وَالَّذِينَ هُمْ عَنِ اللَّغْوِ مُعْرِضُونَ
Isaan warra wanta bu’aa hin qabne irraa garagalaniidha
4وَالَّذِينَ هُمْ لِلزَّكَاةِ فَاعِلُونَ
Isaan warra zakaas raawwataniidha
5وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha
6إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Haadha manaa isaanii yookiin waan mirgi isaanii dhuunfatte irratti maleeDhugumatti, isaan komatamoo miti
7فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 5

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha

Suuratu Aayah 5/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers