Al-Mu'minun · 3/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَالَّذِينَ هُمْ عَنِ اللَّغْوِ مُعْرِضُونَ ۝٣
Wallazeena hum `anillaghwimu`ridoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan warra wanta bu’aa hin qabne irraa garagalaniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Mu'minun

1قَدْ أَفْلَحَ الْمُؤْمِنُونَ
Dhugumatti, mu’uminoonni milkaa’an
2الَّذِينَ هُمْ فِي صَلَاتِهِمْ خَاشِعُونَ
Isaan warra salaata isaanii keessatti khushuu’a qabaniidha
3وَالَّذِينَ هُمْ عَنِ اللَّغْوِ مُعْرِضُونَ
Isaan warra wanta bu’aa hin qabne irraa garagalaniidha
4وَالَّذِينَ هُمْ لِلزَّكَاةِ فَاعِلُونَ
Isaan warra zakaas raawwataniidha
5وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 3

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan warra wanta bu’aa hin qabne irraa garagalaniidha

Suuratu Aayah 3/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers